Matayo 28:5-6
Matayo 28:5-6 BOR
Malaikaani waan nad'eeni taaniini jette, Insodaatiina; anini imbeekha, isani Yeso maskaliti fannisani barbaaddani. Inni arma injiru, yayu kaasani, akuma inni jed'e. Koota, fulla isa ch'iifsisani ilaala.