1
Uumama 38:10
Hiikkaa Ammayyaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
Wanni inni hojjete sun fuula WAAQAYYOO duratti hamaa ture; kanaafuu WAAQAYYO isas ni ajjeese.
Compare
Explore Uumama 38:10
2
Uumama 38:9
Oonaan garuu akka ijoolleen dhalattu sun kan isaa hin taane beeke; kanaafuu akka obboleessa isaatiif sanyii hin dhaabneef jedhee yeroo niitii obboleessa isaa bira gaʼu hunda afeetaa lafatti dhangalaasa ture.
Explore Uumama 38:9
Home
Bible
Plans
Videos