1
Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:10
Kitaaba Woyyuu
«Namni waan diqqo'oon amanamaa ta'e akkasuma waan gudda'attillee amanamaa ta'a; namni waan diqqoo irratti hin amanamne, waan gudda'attillee hin amanamu.
Compare
Explore Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:10
2
Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:13
«Garbichi tokkochi gooftaa lamaa ta'uu hin danda'u; tokko jibbee kaan jaalata; yookaan gara tokkoo siiqee, kaan irraa fagaata. Rabbii fi horii qixa jaalachuu hin dandeettan.»
Explore Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:13
3
Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:11-12
Eegasuu isin birrii biyya lafaa ka sobaa irratti yoo hin amanamne, birrii dhuga'aa eentu yaboo isinitti kenna ree? Birrii nama biraatiin yoo hin amanamne, birrii isiniif ta'u eentu isinii kenna ree?
Explore Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:11-12
4
Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:31
Abrahaam ammo, ‹Isaan Muuse'ee fi raattota yoo hin dhageenne, yoo namni tokko worra du'an keessaa ka'ellee hin amanan› » jedhe.
Explore Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:31
5
Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:18
Ka haadha manaa hiikee ta biraa fuudhu maruu hin seebara. Namni dubartii abbaa manaa jalaa baate fuudhullee hin seebara.
Explore Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 16:18
Home
Bible
Plans
Videos