1
Seera Uumamaa 21:1
Kitaaba Woyyuu
Rabbi Saaraa yaadatee akkuma abdachiise godheef.
Compare
Explore Seera Uumamaa 21:1
2
Seera Uumamaa 21:17-18
Rabbillee booyicha daa'imaa dhagaye; maleekkaan Rabbii Sami'ii Aggaariin waamee «Maal taate? Rabbi laagaa daa'imaa dhagayeeraa hin sodaatin; ka'ii daa'ima fuudhii ammadhuu sossobi; banii guddaa isa taasisaa.» jedheen.
Explore Seera Uumamaa 21:17-18
3
Seera Uumamaa 21:2
Isiin ulfooftee hennaa Rabbi hin deetta jedhee isi'itti dubbatetti jaarruma keessa Abrahaamii ilma deette.
Explore Seera Uumamaa 21:2
4
Seera Uumamaa 21:6
Saaraanillee, «Rabbi waan na gammachiisee na kolfisiisu naa kenne; ka waan kana dhagawu maruu sababaa kanaaf hin kolfa.» jette.
Explore Seera Uumamaa 21:6
5
Seera Uumamaa 21:12
Rabbi ammo Abrahaamiin, «Waan garbitti'iitii fi waan daa'imaallee hin yaadin; waan Saaraan siin jettu maraa dhagayi; fiixaan kee Yisaaqiin waamama.
Explore Seera Uumamaa 21:12
6
Seera Uumamaa 21:13
Ilma garbitti'iillee akkasuma banii guddaa taasisa; innillee waan ilma kee ta'eef» jedheen.
Explore Seera Uumamaa 21:13
Home
Bible
Plans
Videos