1
Macaafa Ruut 1:16
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Ruut garuu,<<Si duukaa dhaquu dhiisee akkan deebi'uuf, cimsitee itti ana hin oofin! Lafa ati dhaqxu anis nan dhaqa, lafa ati jiraattu anis nan jiraadha, sabni kee saba koo in ta'a, Waaqayyoon kees Waaqayyo koo anaaf in ta'a*.
Compare
Explore Macaafa Ruut 1:16
2
Macaafa Ruut 1:17
Lafa ati duututti anis achitti nan du'a, achittis nan awwaalama; du'a irraa kan hafe si irraa kan gargar na baasu yoo jiraate, Waaqayyo ana haa balleessu!>> jetteen.
Explore Macaafa Ruut 1:17
Home
Bible
Plans
Videos