Yohannis akkuma Yesus bishaanicha keessaa ba'een, bantiiwwan waaqaa saaqamuu isaanii, hafuurri qulqulluunis akka gugeetti dhufee isa irra bu'uu isaa arge. Sagaleen immoo, ?Ati ilma koo isa jaallatamaa dha; gammachuun koos sitti in raawwatama? jedhee waaqa irraa dubbate*.