1
WANGEELA MAATEWOS 1:21
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Isheen ilma in deessi; atis maqaa isaa ?Yesus? jettee in moggaafta, inni ofii isaatii saba isaa cubbuu isaaniittii isaan in fayyisa? jedheen*.
Compare
Explore WANGEELA MAATEWOS 1:21
2
WANGEELA MAATEWOS 1:23
Innoo, ?Kunoo durbi in ulfoofti ilmas in deessi, maqaa isaas ?Amaanu'el? jedhanii in moggaasu? jedhe; ?Amaanu'el? jechuun ?Waaqayyo nuu wajjin jira? jechuu dha*.
Explore WANGEELA MAATEWOS 1:23
3
WANGEELA MAATEWOS 1:20
Utuu Yoseef kana yaadaa jiruu, kunoo ergamaan gooftaa abjuutti itti mul'atee, ?Yaa Yoseef ilma Daawit, Maariyaam kaadhimni kee hafuura qulqulluudhaan waan ulfoofteef, ishee of biratti fudhachuu hin sodaatin!
Explore WANGEELA MAATEWOS 1:20
4
WANGEELA MAATEWOS 1:18-19
Dhalachuun Yesus Kristos akka kanatti fufee jiru ture; Maariyaam haati isaa Yoseefiif kaadhimatamtee turte; isheen Yoseefii wajjin utuu wal bira hin ga'in, hafuura qulqulluudhaan ulfooftee argamte*. Yoseef inni ishee kaadhimates nama jireenya qajeelaa jiraatu waan tureef, dhoksaatti ishee dhiisuudhaaf murtoo godhe malee, immata duratti ishee yeellaasisuu hin barbaanne.
Explore WANGEELA MAATEWOS 1:18-19
Home
Bible
Plans
Videos