1
WANGEELA LUQAAS 23:34
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Yesus garuu, ?Yaa abbaa, waan godhan hin beekani'o isaaniif dhiisi!? jedhe; warri isa fannisan immoo uffata isaa buufata mukaatiin hirmaatan*.
Compare
Explore WANGEELA LUQAAS 23:34
2
WANGEELA LUQAAS 23:43
Yesus immoo, ?Dhuguman sitti hima, har'a anaa wajjin jannata keessatti in argamta? jedheen*.
Explore WANGEELA LUQAAS 23:43
3
WANGEELA LUQAAS 23:42
Yesusiin immoo, ?Yaa Yesus, mootummaa keetiin yommuu dhuftu na yaadadhu!? jedhe*.
Explore WANGEELA LUQAAS 23:42
4
WANGEELA LUQAAS 23:46
Yesus yommus sagalee guddaadhaan iyyee, ?Yaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!? jedhe. Utuu inni kana dubbatuus hafuurri isaa keessaa yaa'e*.
Explore WANGEELA LUQAAS 23:46
5
WANGEELA LUQAAS 23:33
Iddoo ?Lafee mataa? jedhamee waamamu yommuu ga'an, achitti Yesusin fannisan; warra hamaa godhanis, isa tokko mirga isaatti isa kaanis bitaa isaatti fannisan*.
Explore WANGEELA LUQAAS 23:33
6
WANGEELA LUQAAS 23:44-45
Guyyicha keessaa sa'aatii ja'affaa ture; garuu kunoo, biiftuun ifa ishee waan dhabdeef, hamma sa'aatii salgaffaatti dukkanni lafa hundumaa irra ture*. Golgaan mana qulqullummaas qixxee lamaanitti tarsa'e*.
Explore WANGEELA LUQAAS 23:44-45
7
WANGEELA LUQAAS 23:47
Angafni dhibbaa waan ta'e kana yommuu arge, ?Namni kun dhuguma nama Waaqayyoo ti? jedhee, Waaqayyoof hooqubaa dhi'eesse.
Explore WANGEELA LUQAAS 23:47
Home
Bible
Plans
Videos