1
WANGEELA LUQAAS 19:10
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Ilmi namaa isa bade barbaaduudhaaf fayyisuudhaafis dhufeera? jedhe*.
Compare
Explore WANGEELA LUQAAS 19:10
2
WANGEELA LUQAAS 19:38
?Mootiin ergamee maqaa Waaqayyoo gooftaatiin dhufu, galateeffamaa dha; nagaan waaqa irratti, hooqubaanis ol waaqa gubbaatti? jedhan*.
Explore WANGEELA LUQAAS 19:38
3
WANGEELA LUQAAS 19:9
Yesus deebiseefii, ?Har'a fayyinni maatii kanaaf ta'eera; namni kunis immoo ilma Abrahaami'o*.
Explore WANGEELA LUQAAS 19:9
4
WANGEELA LUQAAS 19:5-6
Yesus iddoo sana yommuu ga'e, ol ilaalee, ?Yaa Zakewos, dafii gad bu'i, har'a mana kee ooluun anaaf ta'ao? jedheen. Zakewosis dafee gad bu'ee, gammachuudhaan Yesusin simate*.
Explore WANGEELA LUQAAS 19:5-6
5
WANGEELA LUQAAS 19:8
Zakewos garuu ka'ee gooftichaan, ?Yaa gooftaa walakkaa qabeenya kootii warra deegaadhaaf nan kenna, kana malees eenyu irraa illee waan tokko giddisiisee fudhadheera yoon ta'eef, dachaa afur nan baasaaf? jedheen*.
Explore WANGEELA LUQAAS 19:8
6
WANGEELA LUQAAS 19:39-40
Tuuta jaraa keessaa Fariisonni tokko, ?Yaa barsiisaa, bartoota keetti dheekkami!? jedhaniin. Yesus immoo, ?Ani isinittan hima, isaan kun calluma utuu jedhanii, dhagoonni kun in iyyu turan? jedhee deebiseef*.
Explore WANGEELA LUQAAS 19:39-40
Home
Bible
Plans
Videos