Yoo ati,<<Nuyi Israa'eloonni Waaqayyoon gooftaa keenya amananna>> anaan jette immoo, Waaqayyo kun isa atumti iddoo ol ka'aatti sagaduudhaaf jettee iddoo aarsaa isaa achii balleessitee warra Yihudaa fi warra Yerusaalemiin,<<Iddoo aarsaa isa kana duwwaa duratti sagadaa!>> jette sana mitii>> jedhaan>> jedhe*.