1
Macaafa Isaayaas Raajichaa 27:1
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Yeroo sanatti Waaqayyo billaa isaa isa sodaachisaadhaan, isa qaramaadhaa fi jabaadhaan lewaataan bofa isa murxuxxifamu, lewaataan bofa isa marmaramaa sana in adaba; jawwee guddaa isa galaanatti galus in ajjeesa*.
Compare
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 27:1
2
Macaafa Isaayaas Raajichaa 27:6
Bara dhufutti Yaaqoob hidda in yaafata, Israa'el hudhee in daraara, iji inni godhatus biyya lafaa irra in guuta.
Explore Macaafa Isaayaas Raajichaa 27:6
Home
Bible
Plans
Videos