Sanyii kee akka urjoota waaqaa nan baay'isa, lafa kana hundumaas sanyii keetiif nan kenna; sabni lafa irraa hundinuus sanyii keetiin in eebbifamu*; Abrahaam dubbii koo waan dhaga'eef, ajaja koo, abboommii koo, seerrata koo, seera koos waan eegeef, ani kana siif nan jabeessa>> jedhe.