1
Seera Uumamaa 19:26
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Haati manaa Loox garuu dugda isaa duubaa gara booddee ishee mil'attee, utubaa soogiddaa taate*.
Compare
Explore Seera Uumamaa 19:26
2
Seera Uumamaa 19:16
Inni garuu qaqqabachaa ture; haa ta'u iyyuu malee, Waaqayyo waan isa baraareef, namoonni sun isa, haadha manaa isaa, intaloota isaa lamaanis harka qabanii baasanii mandarattii duubaan in ga'an
Explore Seera Uumamaa 19:16
3
Seera Uumamaa 19:17
erga gad isaan baasaniis, inni tokkoo,<<Lafa lubbuu kee oolfatutti baqadhu, of booddee hin mil'atin; naannoo kana keessaas iddoo tokko illee hin dhaabatin! Ati akka hin balleeffamnetti, gara roga tullootaatti ol baqadhu!>> jedheen*.
Explore Seera Uumamaa 19:17
4
Seera Uumamaa 19:29
Waaqayyo mandaroota lafa naannoo sanaa in balleesse; Waaqayyo yeroo mandaroota Loox keessa jiraachaa ture barbadeessetti Abrahaamin yaadatee, Looxin gara-gaggaluu sana keessaa in baase.
Explore Seera Uumamaa 19:29
Home
Bible
Plans
Videos