1
Seera Ba'uu 14:14
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Amma Waaqayyo isiniif in lola, isin gabii argadhaa!>> jedhe*.
Compare
Explore Seera Ba'uu 14:14
2
Seera Ba'uu 14:13
Museen immoo saba sanaan,<<Warra Gibxii warra har'a argitan kana deebitanii akka kanatti lammaffaa waan hin argineef, hin sodaatinaa, jabaadhaa dhaabadhaatii har'a gocha Waaqayyo isin fayyisuudhaaf raawwatu ilaalaa!
Explore Seera Ba'uu 14:13
3
Seera Ba'uu 14:16
Ati immoo ulee kee ol fuudhi, harka kee galaanicha irratti diriirsi! Israa'eloonni galaanicha yommuu ce'an lafa gogaa irra akka adeemaniif galaanicha gargar hiri!
Explore Seera Ba'uu 14:16
4
Seera Ba'uu 14:31
Sabni Israa'el Waaqayyo irree isaa isa guddaadhaan warra Gibxii irratti waan hojjete yommuu argan, isa in sodaatan; isaan Waaqayyoon, Musee garbicha isaas in amanan*.
Explore Seera Ba'uu 14:31
Home
Bible
Plans
Videos