inni humna guddaa in argata, badiisa sodaachisaa in fida, wanti inni hojjetu wal in qixxaataaf, namoota jajjaboo saba warra qulqullaa'an sanaas in balleessa. Haxxummaa isaatiin harka isaa jalatti gowwoomsaan akka wal-qixxaatuuf in godha; yaada ofii isaatiinis baay'ee of in guddisa; utuu nagaatti jiranii namoota baay'ee in balleessa; inni guddaa gurguddootaa irratti in ka'a, inni garuu harki namaa utuu itti hin bu'in in caba*.