1
Macaafa Daani'el Raajichaa 12:3
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Warri ogummaadhaan nama geggeessan akka ifa bantii waaqaa, warri namoota baay'ee gara qajeelinaatti deebisanis akka urjootaa, yeroo hundumaaf bara baraan calaqqisuuf jiru*.
Compare
Explore Macaafa Daani'el Raajichaa 12:3
2
Macaafa Daani'el Raajichaa 12:2
Warra obbaafatanii garaa lafaa keessa rafan keessaas baay'een dammaqanii, kaan jireenya bara baraaf, kaanis yeelloo jibbisiisaa bara baraaf in ka'u*.
Explore Macaafa Daani'el Raajichaa 12:2
3
Macaafa Daani'el Raajichaa 12:1
Yommus inni anatti dubbachaa ture,<<Yeroo sanatti Mikaa'el ergamaa inni guddichi ijoollee saba keef dhaabatu in ka'a; yeroon rakkinaas in ta'a; sanyiin rakkinichaas erga sabni jiraachuutti ka'ee jalqabee, hamma bara sanaatti argamee kan hin beekne in ta'a; sabni kee warri maqaan isaanii macaaficha keessatti caafame garuu adduma addaan isa jalaa in ba'u*.
Explore Macaafa Daani'el Raajichaa 12:1
4
Macaafa Daani'el Raajichaa 12:10
Namoonni baay'een in qulleeffamu, in qoramu, in calalamus; warri jal'oonni garuu jal'ina isaanii ittuma in dabalu, warra jal'oota keessaa tokko illee kana hin hubatu; warri ogeeyyiin garuu hubachuuf jiru*.
Explore Macaafa Daani'el Raajichaa 12:10
Home
Bible
Plans
Videos