Waaqayyo dinqii takkaa hin beekamin harka Phaawulosiin in raawwata ture*. Kanaafis erbeen inni ittiin dafqa isaa haxaa'atu yookiis marati isaa warra dhukkubsatanitti yommuu geeffamu, dhukkubni isaanii isaan in dhiisa, hafuuronni hamoonnis keessaa in ba'u turan*.