1
HOJII ERGAMOOTAA 10:34-35
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Yommus Phexros jaratti dubbatee, ?Waaqayyo akka nama wal hin caalchifne amma hubadheera*. Saba biyya lafaa hundumaa keessaa namni isa sodaatu, inni waan qajeelaa hojjetus isa biratti fudhatamaa dha*.
Compare
Explore HOJII ERGAMOOTAA 10:34-35
2
HOJII ERGAMOOTAA 10:43
Raajonni hundinuu, namni isatti amanu hundinuu maqaa isaatiin dhiifamuu cubbuu akka argatu, isaaf dhugaa ba'aniiru? jedhe*.
Explore HOJII ERGAMOOTAA 10:43
Home
Bible
Plans
Videos