Saamu'eliin,<<Dhaqii ciisi! Yoo inni ammas si waame,<<Yaa gooftaa ko, garbichi kee in dhaggeeffataatii dubbadhu!>> jedhiin>> jedhe; Saamu'elis deebi'ee dhaqee iddoodhuma isaa in ciise.
Kana booddee Waaqayyo dhufee achi dhaabatee, akkuma isaa si'a duraa,<<Saamu'el! Saamu'el!>> jedhee in waame; Saamu'el immoo,<<Yaa gooftaa ko, garbichi kee in dhaggeeffataatii dubbadhu!>> jedhe.