Yonaataan ilmi Saa'ol caakkicha keessatti Daawit bira dhaqee, maqaa Waaqayyootiin isa jajjabeesse, <<Saa'ol abbaan koo harka isaa si irratti ol hin fudhatu, ati Israa'el irratti in moota, ani immoo itti aanaa kee nan ta'a; abbaan koo iyyuu kun akka ta'u beekaatii, hin sodaatin!>> jedhe.