1
Macaafa Moototaa Isa Duraa 14:8
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
ani mootummaa sanyii Daawit irraa cabseen siif kenne; ati garuu akka Daawit garbicha koo isa wanta ija koo duratti qajeelaa ta'e duwwaa gochuudhaan abboommii koo eegee, garaa isaa guutuudhaan ana duukaa bu'e hin taane.
Compare
Explore Macaafa Moototaa Isa Duraa 14:8
2
Macaafa Moototaa Isa Duraa 14:9
Ati sibiila baqfamaa irraa bifa fakkeenyaa fi waaqayyolii tolfamoo hojjechiifattee dhaabbachuudhaan ana aarsitee ana dheekkamsiisuudhaan mootota si dura turan hundumaa caalaa wanta hamaa in hojjette; dugdas anatti in gatte.
Explore Macaafa Moototaa Isa Duraa 14:9
Home
Bible
Plans
Videos