1
Wongeela Luqaasii 18:1
Guji Oromo New Testament 2007
Achiin duuba Yesuus barattooti isaa yennaa mara akka daadimatanuu fi daadimatiisa akka hin dadhane barsiisiisaaf mammaassa itti mammaakee
Compare
Explore Wongeela Luqaasii 18:1
2
Wongeela Luqaasii 18:7-8
Waaqille worra isaaf filame ka halkanii fi guyyaa gara isaa iyyuuf hin muruu ree? Isaan gargarsaaf hin hancaaraa? Ani isinitti hima, dafee isaaniif hin mura. Te'uu malee, Ilmi Namaa yennaa dhufu dhugeeffannaa lafa irratti hinuma dhaggaa laati?” jedhe.
Explore Wongeela Luqaasii 18:7-8
3
Wongeela Luqaasii 18:27
Yesuus deebisee, “Wonni namaaf hin dande'ane Waaqaaf hin dande'anti” jedhe.
Explore Wongeela Luqaasii 18:27
4
Wongeela Luqaasii 18:4-5
Abbaan mura'aa yennaa hedduu wo godhuu dide; duuba ammoo, ‘Waaqa sodaa yookiin nama ulfeessuu yoo dhabelle, haati hiyyeessaa tun ittuma waan na rakkittuuf, akka isiin yennaa mara dhufaa ana hin hifachiinne isi'iif hin mura’ jedhee ifiin dubbate” jedhe.
Explore Wongeela Luqaasii 18:4-5
5
Wongeela Luqaasii 18:17
Ani dhugumaan isinitti hima, eennulle ka mootummaa Waaqaa akka daa'imaa hin fudhanne, ijjumaa itti hin galu” jedhe.
Explore Wongeela Luqaasii 18:17
6
Wongeela Luqaasii 18:16
Yesuus ammoo ijoollee gara ifii waamee, “Mootummaan Waaqaa ta worra akka kanaa waan teeteef, lakkisa'a, ijoolleen gara kiyya dhuttuu ti, hin dhooggina'a.
Explore Wongeela Luqaasii 18:16
7
Wongeela Luqaasii 18:42
Yesuus deebisee, “Dhaggi! Dhugeeffannaan teeti si fayyitteerti” jedheen.
Explore Wongeela Luqaasii 18:42
8
Wongeela Luqaasii 18:19
Yesuus deebisee, “Maaf dansaa anaan jetta? Waaqa tokkocha malee, nami dansaan tokkolle hin jiru.
Explore Wongeela Luqaasii 18:19
Home
Bible
Plans
Videos