Mar. roo waan namii tolchuutiif, Waaqiii ya waan hamtuu ka ceera warraatti lakkise. Nadheen ya aadaa ufii ta rifanoo lakiftee waan aadmalee taate. Dhiirtiilleen ya nadheen lakkiftee waliidharaate. Dhiirtii waan ceeraa waltolchitee, akkanaan gaargala argachuu maltee nafa ufii keessaa argatti.
Mar. roo biyyitii waan dhugaa Waaqaa barachuu diddeef, innii ya qalbii hamtuutti warra lakkise, tanaaf waan tolchuu hin malin tolchan.