Yeroo sanitti ijji isaanii banameeti Yesusiin ta'uu isaa ni beekan, inni garuu bakkumatti ija isaanii jalaa ni dhokate. Isaan'llee ufii isaaniitii, «Karaa irratti ka nu dubbisa'aa turee fi kitaaba Qulqulluu'llee tuqa'aa nu hubachiisa'aa, onneen keenna akka ibiddaa titti ni bobayaa hin turree ree?» woliin jedhan.