«Eegaa, namoota sadiin kanniin keessaa, saamtotaan dhaanamee nama kufeef, waahela ka ta'eef kamiin sitti fakkaata?»
Barsiisaan seeraa'llee, «Ka garaa isaa laafe sanii fi ka isa gargaareen san» jechu'uun, ni deebiseef.
Yesus'llee, «Eegasuu deemi, ati'llee akkuma kana raawwadhu!» jedheen.