Ani Waaqa Abbaa ni kadhadha, inni'llee bara baraaf ka isin woliin jiraatu jajjabeessaa bira'aa, isinii ni kenna. Kun'llee Hafuura dhuga'aati, biyyi lafaa waan isa hin arginee fi waan isa hin beekinneef, ufitti isa fudhachu'uuf hin danda'u, isin garuu, inni isin woliin waan ta'ee fi isin keessa'llee waan jiruuf, ni beettaniin.