1
Luka 15:20
KITAABA WAAQA
Duuba kae gara abba ufi gale. Ammo ato inni fago jiru, Abbaani isaa isa arge naheefi isati utaale iti jige d'ungate.
Compare
Explore Luka 15:20
2
Luka 15:24
Wonti akanatiifi ilmi kiyya kunini qara ya due ammo amma la kae; qara ya bade ammo amma la gale jed'e. Duuba gammadaani jila tolfatani.
Explore Luka 15:24
3
Luka 15:7
Waan anini isaniini jed'u, Akuma suni gammadi guddaani gubba jira, hojja nami daba toko daba iraa deebie, fulla nama d'uga sagaltami sagali ka waan iraa deebiufi inqamne.
Explore Luka 15:7
4
Luka 15:18
Anini kae gara Abba kiyya gale waan jed'uuni, Aabbo, anini yayu wollaale, siifi Waaqa duraleti.
Explore Luka 15:18
5
Luka 15:21
Gurbaani kaani waan jed'eeni, Aabbo, anini yayu wollaale, siifi Waaqa duraleti. Armaa achi ilma kanke naani jechu himmalle.
Explore Luka 15:21
6
Luka 15:4
Isani keesa, nami hooliye d'ibba toko qabu, ka hojja toko keesaa bade sagaltami sagalaani taani d'eedati lakise tokocha bade suni, haga argatuuti, barbaada indeemne eennu?
Explore Luka 15:4
Home
Bible
Plans
Videos