1
Seera Uumamaa 12:2-3
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
<<Ani saba guddaa sin godha, sin eebbisa, maqaa kee nan guddisa, eebbas in taata*?. Warra si eebbisan nan eebbisa, warra si salphisan nan abaara, qomoon biyya lafaa irraa hundinuu sababii keetiif in eebbifamu>> jedhe*.
Параўнаць
Даследуйце Seera Uumamaa 12:2-3
2
Seera Uumamaa 12:1
Waaqayyo gaaf tokko Abraamiin,<<Biyya kee keessaa, lammii kee keessaa, maatii abbaa kee keessaas ba'iitii gara biyya ani si argisiisuu dhaqi*!
Даследуйце Seera Uumamaa 12:1
3
Seera Uumamaa 12:4
Kana irratti Abraam akkuma Waaqayyo isatti dubbatetti ka'ee in adeeme; Looxis isaa wajjin dhaqe; Abraam biyya Kaaraanii yommuu ba'e nama waggaa torbaatamii shanii ture.
Даследуйце Seera Uumamaa 12:4
4
Seera Uumamaa 12:7
Waaqayyo yommus Abraamitti mul'atee,<<Ani biyya kana sanyii keetiif nan kenna>> jedhe; Abraamis iddoo Waaqayyo isatti mul'ate sanatti iddoo aarsaa Waaqayyoof in ijaare*.
Даследуйце Seera Uumamaa 12:7
Стужка
Біблія
Планы чытання
Відэа