1
Wongeela Luqaasii 24:49
Guji Oromo New Testament 2007
Kunoo, waan Abbaan kiyya addi isinii kenne ani isiniif hin erga; ammoo haga hunna gubbaa irraa dhaggattanutti qachaa Yerusaalemii keessa tura'a” jedhe.
قارن
اكتشف Wongeela Luqaasii 24:49
2
Wongeela Luqaasii 24:6
Inni as hin jiru, ka'eera. Galiilaa adoo jiruu waan inni isinitti hime qaabbadha'a!
اكتشف Wongeela Luqaasii 24:6
3
Wongeela Luqaasii 24:31-32
Achiin duuba ilti isaanii banantee, isa hubatane; inni ammoo ila isaanii duraa miliqe. Isaan wol woliin, “Yennaa inni kara'atti nu woliin haasowee fi Barreeffama Woyyicha nu'uuf hiike, gadhaan keenna hin gubannee?” jedhane.
اكتشف Wongeela Luqaasii 24:31-32
4
Wongeela Luqaasii 24:46-47
Inni isaaniin, “Masiihiin akka rakkatuu fi guyyaa sadeesso'oo du'aa akka ka'u, cubbuu irraa deebi'iisaa fi araarri cubbu'uu maqaa isaatiin Yerusaalemii jalqabee gosa maraaf akka lallabamu barreeffameera.
اكتشف Wongeela Luqaasii 24:46-47
5
Wongeela Luqaasii 24:2-3
Dhakaan afaan boolla awwaalaa irraa gangalfameeruun dhaggane. Boolla awwaalaa keessa yennaa seenane ammoo, reeffa Goottaa Yesuusii hin dhagginne.
اكتشف Wongeela Luqaasii 24:2-3
الصفحة الرئيسية
الكتاب المقدس
خطط
فيديوهات