Maatewos 6:3-4
Maatewos 6:3-4 KAKHAA
Ammoo yo hiyyeessa qarqaartan harkii bitaachii waan harkii mirgichii tolchu hinbeekin! Akka qarqaarsii kee waan dhossaa ta'uu, duuba Abbaan kee ka waan atin dhossaan tolchitu argu galata sii baasaa” jedhe.