Wongeela Luqaas 21:9-10
Wongeela Luqaas 21:9-10 ARSIDNT
Waayee woraanaatii fi waayee jeequmssaa yeroo dhageettanitti'llee hin nayinaa, durssee kun ta'uun isaa ni mala, haa ta'u malee muummeen, bakkumatti hin ta'u.» Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, Ummanni ummata irratti, mootummaan mootummaa irratti ni ka'a.