Wongeela Luqaas 18:4-5
Wongeela Luqaas 18:4-5 ARSIDNT
Inni'llee murtii uduu isi'ii hin kennin yeroo baayi'ee ni ture, maa'ii garuu akkana jechu'uun ni yaade, ‹yoma Waaqa'llee sodachuu, nama'llee saalfachuu yoo dhabaadhe, haati hiyyeessaa tun waan ana gilndifitteef ni murteessaaf, yoo kana ta'uu dhabaate garuu yeroo maraa dedeebi'aa, ana hifachiiftti› jedhe.»