Yesus barattoota isaatiin akkana ni jedhe, «Namoota gufachiisanii gara cubbu'uu titti wonittoonni gataniin, dhufuun isaanii hin hafu, garuu gufannoo cubbu'uu ka fidu nama saniif garuu, uunsha'a! Naminni kumi'llee mandhaawwan kanniin keessaa tokko gufachiisuu irra, dhagaan guddaan daakka'aa morma isaa irratti hidhamee, gara garba ciisa'aa titti uduu gatamee isaa woyya ture.